الرئيسية تعرف على الإسلام SIRNA HAJJII (afaan oromoo)

SIRNA HAJJII (afaan oromoo)

تفاصيل المادة
عرض المحتوى باللغة العربية

SIRNA HAJJII (afaan oromoo)

اللغة: afaan oromoo
إعداد: جمعية الدعوة بالروضة
نبذة مختصرة:
SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf, Innis kan jedhe : SIRNA HAJJII KEESSAN NARRAA FUDHAA.